رَمَضانُ تَجَلّى وَابْتَسَمَ
طُوبَى لِلْعَبْدِ إِذَا اغْتَنَمَ
Ramadan ni mul’ate, ni gammade
Baga qote tajaajilaan!
أَرْضَى مَوْلَاهُ بِمَا الْـتَـزَمَ
طُوبَى لِلنَّفْسِ بِـتَـقْوَاهَا
Gammachiise Gooftaa hojii gaggeessuun
Baga lubbuun taqwaa qabdu!
رَمَضَانُ زَمَانُ الحَسَنَاتِ
رَمَضَانُ زَمَانُ البَرَكَاتِ
Ramadan yeroo hojii gaarii
Ramadan yeroo eebbaati
رَمَضَانُ مَجَالُ الصَّلَواتِ
يَسْمُو بَالنَّفْسِ لِمَوْلَاهَا
Ramadan yeroo kadhannaa
Lubbuun ol baatee Gooftaa ishee bira geessu
رَمَضانُ تَجَلّى وَابْتَسَمَ
طُوبَى لِلْعَبْدِ إِذَا اغْتَنَمَ
Ramadan ni mul’ate, ni gammade
Baga qote tajaajilaan!
أَرْضَى مَوْلَاهُ بِمَا الْـتَـزَمَ
طُوبَى لِلنَّفْسِ بِـتَـقْوَاهَا
Gammachiise Gooftaa hojii gaggeessuun
Baga lubbuun taqwaa qabdu!
رَمَضَانُ طَهُورُ الأَرْوَاحِ
رَمَضَانُ زَمَانُ الأَفْرَاحِ
Ramadan yeroo lubbuu qulqulleessu
Ramadan yeroo gammachuu
رَمَضَانُ مَنَارُ الإِصْلَاحِ
فِي دُنْيَا النَّاسِ وَأُخْرَاهَا
Ramadan gorsa sirreessuuf
Duniyyaa fi Aakhiraa keessatti
رَمَضانُ تَجَلّى وَابْتَسَمَ
طُوبَى لِلْعَبْدِ إِذَا اغْتَنَمَ
Ramadan ni mul’ate, ni gammade
Baga qote tajaajilaan!
أَرْضَى مَوْلَاهُ بِمَا الْـتَـزَمَ
طُوبَى لِلنَّفْسِ بِـتَـقْوَاهَا
Gammachiise Gooftaa hojii gaggeessuun
Baga lubbuun taqwaa qabdu!
رَمَضَانُ يُكَفِّرُ مَا فَرَطَا
مِنْ خَطَإِ النَّاسِ وَمَا اخْتَلَطَا
Ramadan dogoggora namaa sirreessa
Dogoggora fi walitti makama
فَعَسَى مِنْ عَفْوِ اللّٰهِ عَطَا
لِقُلُوبِ الأُمَّةِ يَرْعَاهَا
Rabbiin araaraan Isaa
Qalbii ummataaf jaalala Isaa haa guutu