سِرِّي لَدَيْهَا تَبَدَّى
Dhoksaa Kootii Ishee Duratti Mul'ate
سِرِّي لَدَيْهَا تَبَدَّى
فَقُلْتُ كُونِـي أَمِينَةْ
Sirrikee ishee dura baheera
Kanaaf jedhe, “Amanamaa ta’i akka iccitii-kee"
يَا نَاقَةَ الشَّوْقِ إنَّا
نَسِيرُ نَحْوَ المَدِينَةْ
Eeyyee gaalaa hawwii, dhugumaan nuti
Magaalaa Madinaa dhaqna!
separator
وَأَبْـحَرَتْ فِي خُطَاهَا
وَالقَلْبُ ذِكْرٌ لِـطَهَ
Ishee tarkaanfiin imalti
Yeroo onneen yaadannoo Taahaa guutu
وَالعَيْنُ أَجْرَتْ جُـمَـاناً
يَرْوِي جَـمَـالَ المَدِينَةْ
Ijaanis margaa buuse
Bareedina Madinaa hima
separator
سِرِّي لَدَيْهَا تَبَدَّى
فَقُلْتُ كُونِـي أَمِينَةْ
Sirrikee ishee dura baheera
Kanaaf jedhe, “Amanamaa ta’i akka iccitii-kee"
يَا نَاقَةَ الشَّوْقِ إنَّا
نَسِيرُ نَحْوَ المَدِينَةْ
Eeyyee gaalaa hawwii, dhugumaan nuti
Magaalaa Madinaa dhaqna!
separator
فَتَمْـتَمَتْ مُقْلَتَاهَا
وَالدُّرُّ غَنَّى وَتَاهَـ
Kanaaf ijaanshee naanna’e, imimmaan guuttee
Imimmaan margi faarfatee facaase
يَقُولُ حَقًّا سَنَغْدُو
بَعْدَ النَّوَى فِي المَدِينَةْ
Jedhanii dhugumaan ni deema
Erga Madinaa dhaqnee booda
separator
سِرِّي لَدَيْهَا تَبَدَّى
فَقُلْتُ كُونِـي أَمِينَةْ
Sirrikee ishee dura baheera
Kanaaf jedhe, “Amanamaa ta’i akka iccitii-kee"
يَا نَاقَةَ الشَّوْقِ إنَّا
نَسِيرُ نَحْوَ المَدِينَةْ
Eeyyee gaalaa hawwii, dhugumaan nuti
Magaalaa Madinaa dhaqna!
separator
وَفَاحَ عِطْرُ الْجِنَـانِ
فَمَا مَلَكْتُ جَنَانِي
Akkasumas urgaan jannataa naaf dhufe
Onneen koo to’annoo dhabde
كَانَّهُ طَارَ مِنِّي
إِذْ شَمَّ رِيحَ المَدِينَةْ
Akka onneen koo na biraa balali’etti
Yeroo urgaa Madinaa fuune
separator
سِرِّي لَدَيْهَا تَبَدَّى
فَقُلْتُ كُونِـي أَمِينَةْ
Sirrikee ishee dura baheera
Kanaaf jedhe, “Amanamaa ta’i akka iccitii-kee"
يَا نَاقَةَ الشَّوْقِ إنَّا
نَسِيرُ نَحْوَ المَدِينَةْ
Eeyyee gaalaa hawwii, dhugumaan nuti
Magaalaa Madinaa dhaqna!
separator
أَلْفَيْتُ فِيهَا الحَنَانَا
وَذُقْتُ فِيهَا الْأَمَانَا
Jaalala fi mararfannoo arge
Nageenyaa fi tasgabbii dhandhame
بَلَغْتُ أَسْـمَى جِوَارٍ
لَمَّا رَأَيْتُ المَدِينَةْ
Iddoo fi ollaa ol’aanaa gahe
Yeroo Madinaa seene