صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti

بِـي وَجْـدٌ لَا يَـدْرِيـهِ
إِلَّا مَـنْ يَـسْـكُـنُ فِـيـهِ
Ana keessa jaalala hin beekne,
kan beeku malee kan keessa jiraatu
أُبْـدِيـهِ أَوْ أُخْـفِـيـهِ
هُـوَ مِـلْـكُ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Yoon mul'isu yookaan dhokfatu,
kan Ergamaa Rabbii qofaati
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
يَـا أَهْـلَ وِدَادِي خُـذُونِـي
عِـنْـدَ الـحَـبِـيـبِـي دَعُـونِـي
Yaa jaalalleewwan koo na fudhaa,
biratti jaalallee koo na dhiisaa
سِـيـبُـونِـي وَلَا تَـرِدُّونِـي
فِـي رَوْضِ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Na dhiisaa hin deebisinaa
Bishaan Ergamaa Rabbii keessatti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
وَعَـلَـى الـكَـثِـيـبِ أُنَـادِي
هَـاكُـمُ يَـا أَحْـبَـابِـي
Bishaan irratti nan waamaa,
asitti jaalalleewwan koo
فِـي بَـطْـنِ ذَاكَ الـوَادِي
قَـدْ قَـامَ رَسُـولُ الـلّٰـهْ
Gubbaa lafa kanaa
Ergamaa Rabbii dhaabbate
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
قَـدْ طَـالَ شَـوْقِـي إِلَـيْـهِ
وَالـنُّـورُ فِـي عَـيْـنَـيْـهِ
Yeroon dheeraa isa barbaade
Ifti ija isaa keessa
وَالـسِّـرُّ طَـارَ إِلَـيْـهِ
شَـوْقًـا لِـرَسُـولِ الـلّٰـهْ
Asirratti dhokate
Ergamaa Rabbii barbaadu
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
وَمَـدَحْـتُ بِـطَـيْـبَـةَ طَـهَ
وَدَعَـوْتُ بِـطَـهَ الـلّٰـهَ
Taaybaa keessatti Taha nan faarsaa,
Tahaan Rabbiin nan waamaa
أَنْ يَـحْـشُـرَنِـي أَوَّاهَـا
بِـلِـوَاءِ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Rabbiin na walitti qabuuf
Bakka Ergamaa Rabbii
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
فَـشَـكَـوْتُ إِلَـيْـهِ ذُنُـوبِـي
فَـاسْـتَـغْـفَـرَ لِـي مَـحْـبُـوبِـي
Dubbii koo isaaf nan hima,
Jaalalleen koo dhiifama naaf gaafate
وَرَجَـعْـتُ بِـغَـيْـرِ عُـيُـوبٍ
مِـنْ عِـنْـدِ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Badii tokko malee nan deebi'a
Bakka Ergamaa Rabbii irraa
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
وَهُـنَـاكَ أَمُـوتُ وَأَحْـيَـا
وَالـرُّوحُ بِـطَـهَ تَـحْـيَـا
Asirratti nan du'a nan jiraadha,
Lubbuun Taha irraa jiraatti
فَـأَكَـادُ أُنَـاجِـي الـوَحْـيَ
فِـي رَوْضِ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Waa'ee Gabrieeliin nan dubbadha
Bishaan Ergamaa Rabbii keessatti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـى مُـحَـمَّـدْ
صَـلَّـى الـلّٰـهُ عَـلَـيْـهِ وَسَـلَّـمْ
Rabbiin rahmata isaa haa erguu Muhammad irratti,
Rabbiin rahmata isaa fi nageenya haa erguu isa irratti
فَـشَـعُـــرْنَـا بِـهِ يَـسْـمَـعُـنَـا
لَـمْ يَـكَـدِ الـكَـوْنُ يَـسَـعُـنَـا
Nuti isa dhageenya jennee
Addunyaa guutuu hin guunne gammachuun keenya
رَبَّـاهُ بِـهِ فَـاجْـمَـعْـنَـا
عَـلَـى حَـوْضِ رَسُـولِ الـلّٰـهْ
Yaa Rabbiin isa waliin nu walitti qabii
Bakka bishaan Ergamaa Rabbii irratti