عُودِى يَا لَيَالِى الرِّضَا
Deebi'i, Yaa Galgala Tasgabbii
عُودِي يَا لَيَالِي الرِّضَا
بِالأُنْسِ الَّذِى قَدْ مَضَى
Deebi'i, Yaa Galgala Gammachuu,
Jaalala duraan tureen
قَدْ رَضِىَ المَحْبُوبْ
وَنِلْنَا المَطْلُوبْ
Jaalalli ni gammadde
Kaayyoon keenya ni milkaa'e
وَنَادَى مُنادِي الشَّرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Waamichi Kabajaa ni dhaga'ame:
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
يَا مَنْ عَوَّدُونَا الوَفَا
أَنْتُمْ حَسْبُنَا وَكَفَى
Yaa kan nuuf aadaa taate amanamummaa
Ati qofti nuuf gahaadha
يَا أَهْلَ المَعْرُوفْ
وَالصَّفْحِ المَأْلُوفْ
Yaa Namoota qajeelummaa
fi dhiifama yeroo hunda
عَبْدٌ بِالذُّنُوبِ اعْتَرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Ani tajaajilaa, cubbuu hunda amanee
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
عُودِي يَا لَيَالِي الرِّضَا
بِالأُنْسِ الَّذِى قَدْ مَضَى
Deebi'i, Yaa Galgala Gammachuu,
Jaalala duraan tureen
قَدْ رَضِىَ المَحْبُوبْ
وَنِلْنَا المَطْلُوبْ
Jaalalli ni gammadde
Kaayyoon keenya ni milkaa'e
وَنَادَى مُنادِي الشَّرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Waamichi Kabajaa ni dhaga'ame:
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
عَبْدٌ عَنْكُمُ لَمْ يَحُلْ
وَمِنْ صَدِّكُمْ قَد يَحُلّ
Ani tajaajilaa kan isin irraa hin garagalinne
fi kan diddaan keessan irraa bilisa ta'e
وَاصِلُوا المَهْــجُـورْ
واجْبُرُوا المَكْــسُورْ
Namoota kophaatti dhiisaman dhiyeessaa
fi kan caccabe sirreessaa
وَارْحَمُوا شَدِيدَ الأَسَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Kan rakkina keessa jiruuf rahmata godhaa
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
عُودِي يَا لَيَالِي الرِّضَا
بِالأُنْسِ الَّذِى قَدْ مَضَى
Deebi'i, Yaa Galgala Gammachuu,
Jaalala duraan tureen
قَدْ رَضِىَ المَحْبُوبْ
وَنِلْنَا المَطْلُوبْ
Jaalalli ni gammadde
Kaayyoon keenya ni milkaa'e
وَنَادَى مُنادِي الشَّرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Waamichi Kabajaa ni dhaga'ame:
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
مَن لِى غَيْرُكُمْ أَرْتَجِي
وَإِلَى بَابِ مَنْ أَلْتَجِــــي
Eenyutu naaf jira kan abdiin ittiin qabadhu
fi karoorri koo eessaaf jira.
مَــــــــا لِفَـاقَتـِـــــي
إِلَّا سَـــــادَتـِــــــــــــــــي
Kan rakkina koo gargaaru hin jiru
kanin abbootii koo malee
مَالِي عَنْكُمُ مُنْصَرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Ani isin irraa hin garagaluu
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
عُودِي يَا لَيَالِي الرِّضَا
بِالأُنْسِ الَّذِى قَدْ مَضَى
Deebi'i, Yaa Galgala Gammachuu,
Jaalala duraan tureen
قَدْ رَضِىَ المَحْبُوبْ
وَنِلْنَا المَطْلُوبْ
Jaalalli ni gammadde
Kaayyoon keenya ni milkaa'e
وَنَادَى مُنادِي الشَّرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Waamichi Kabajaa ni dhaga'ame:
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
تَرَى هَلْ يَزُولُ الجَفَـــــا
وَمِنْكُمْ نَنَالُ الـــــوَفَا
Sila dhiisuu ni dhaabbata jettaa
fi amanamummaa keessan irraa ni arganna
كُونُوا لِي أَنْتُــــــمْ
كَمَا قَــــــدْ كُـــنْتُمْ
Naaf ta'aa,
akka duraan taataniitti.
قُولُـوا عَبْدَنَـــا لا تَـخَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Jedhaa, "Yaa tajaajilaa keenya, hin sodaatin!
Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
عُودِي يَا لَيَالِي الرِّضَا
بِالأُنْسِ الَّذِى قَدْ مَضَى
Deebi'i, Yaa Galgala Gammachuu,
Jaalala duraan tureen
قَدْ رَضِىَ المَحْبُوبْ
وَنِلْنَا المَطْلُوبْ
Jaalalli ni gammadde
Kaayyoon keenya ni milkaa'e
وَنَادَى مُنادِي الشَّرَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
Waamichi Kabajaa ni dhaga'ame:
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."
separator
مَالِي غَيْرُ إِحْسَانِكُمْ
فَمُنُّوا بِغُفْرَانِكُمْ
Ani tola keessan malee hin qabu,
kanaaf dhiifama keessan nuuf godhaa.
لِلعَبْدِ الجَانِي
جَمِّ العِصْيَانِ
...tajaajilaa cubbuu qabuu kanaaf
kan fincilaa guutame
عَلَى بَابِكُمْ وَقَفْ
عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفْ
kan karra keessan dura dhaabbate.
"Rabbiin waan darbe hunda dhiiseera."